Biiznasii Naannichi galii Birrii biiliyoona 16 ol walitti qabe Sifen Megersa Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Naannoon Somaalee baatiwwan 11’n darban galii Birrii biiliyoona 16 ol walitti qabeera jedha. Naannichi baatiwwan 11’n darban galii Birrii biiliyoona…
Oduu biyya keessaa Qa’een Beenunaa biyya jijjiiruuf bakka barnoonni irraa fudhatamuudha – Ogeeyyii Miidiyaa Sifen Megersa Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Ogeeyyiin Miidiyaa dhaabbilee mootummaa fi dhuunfarraa walitti babba’an Qa’ee Beenunaa daawwataniiru. Teessuma lafaa rakkisaa ture haala kanaan gara…
Idil Addunyaa Iraan Buufata Waraanaa Ameerikaa Kuwaataaritti argamu haleelte Tsehay Guluma Jun 23, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Iraan Buufata Waraanaa Ameerikaa Kuwaataaritti argamurratti haleellaa raawwatte. Iraan buufata waraanaa Ameerikaa Kuwaataaritti…
Oduu biyya keessaa Humni Elektiriikaa addaan citee ture deebi’e Tsehay Guluma Jun 23, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinnee dabalatee naannawaa tokko tokkotti humni Elektirikaa addaan citee ture guutuumaan guutuutti deebi’eera jedhe Tajaajilli Elektirikaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinnee dabalatee naannawaa tokko tokkotti humni Elektirikii addaan cite Tsehay Guluma Jun 23, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinnee dabalatee naannawaa tokko tokkotti humni Elektirikii addaan cituu Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa hubachiise. Tajaajilichatti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Dhaabbileen Ameerikaa damee qonnaa Itiyoophiyaarratti akka hirmaataniif… Tsehay Guluma Jun 23, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Dhaabbileen Ameerikaa hojiilee misooma qonnaa Itiyoophiyaarratti akka hirmaataniif Pireezidaantiin FDRI Taayyee Asiqasillaaseen waamicha dhiyeessan.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 9 darbe Tsehay Guluma Jun 23, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqii Qaalittitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 9 darbeera. Balichaan daa’ima umurii waggaa sadii…
Oduu biyya keessaa Wixineen labsii bobbii hojii biyya alaa mirga, nageenyaafi fayyadamummaa lammiilee mirkaneessuu… Ayana Dheressa Jun 23, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Ministeerri Hojiifi Ogummaa wixineen labsii bobbii hojii biyya alaa mirga, nageenyaafi fayyadamummaa lammiilee mirkaneessuu dandeessisa jedhe.…
Oduu biyya keessaa Damee tuurizimii keessatti sirni odeeffannoo tekinooloojiin deggerame babal’achuu qaba –… Yonatan Birhanu Jun 23, 2025 0 Finfinnee, Waxabajii 16, 2017 (FMC) – Bu’aa dinagdee damee tuurizimii irraa argamu guddisuuf sirna odeeffamnoo tekinooloojiin deggerame babal’isuun barbaachisaa dha jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad ogeeyyii miidiyaa dhaabbilee ummataa fi dhuunfarraa walitti babba’an waliin… Sifen Megersa Jun 23, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ogeeyyii miidiyaa dhaabbilee ummataa fi dhuunfarraa walitti babba’an waliin mari’atan. Dhimmoota addaa fi…