Ispoortii Dambi Doolloon Shaampiyoonaa ta’e Tsehay Guluma May 1, 2025 0 Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Oromiyaa bara 2017 Shaampiyoonummaa Dambi Doolloon goolabame. Tapha xumuraa har’a taphatameen Dambi Doolloon galchi 3 fi 1'n…
Oduu biyya keessaa Qabeenya qabnurratti yoo hojjenne biyyoota guddatan sana ni callaa –Obbo Araarsoo Biqilaa Tsehay Guluma May 1, 2025 0 Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan qabeenya qabdurratti osoo sirnaan hojjettee biyyoota guddatan sana ni caalti jedhan Hogganaan Biiroo Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Oromiyaa…
Idil Addunyaa Ameerikaa fi Yuukireen waliigaltee itti fayyadama waloo albuudaa fi humnaa mallatteessan Tsehay Guluma May 1, 2025 0 Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) – Ameerikaan waliigaltee qabeenya humnaa fi Albuudaa Yuukireen waloon fayyadamuuf ishee dandeessisu maree yeroo dheeraa booda mallatteessitetti.…
Oduu biyya keessaa Godinaaleen Oromiyaa Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO’f deeggersa kennan Tsehay Guluma May 1, 2025 0 Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) – Sagantaan beekamtii kennuu fi walharkaa fuudhinsa deeggarsa mana barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan Godina Arsii Lixaatti Ijaarsa Mana Baruumsa Moodelaa Sadarkaa 2ffaa… Tsehay Guluma May 1, 2025 0 Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) -Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan Godina Arsii Lixaa Magaalaa Nageellee Arsiitti ijaarsa mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Moodelaa Utaa…
Oduu biyya keessaa Af-yaa’ii Aganyahu Tashaagar Siimpooziyeemii fi Agarsiisa guyyaa Poolisii Itiyoophiyaa 116ffaa… Tsehay Guluma May 1, 2025 0 Finfinnee, Ebla 23, 2017(FMC) - Af-yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Aganyahu Tashaagar guyyaa Poolisii Itiyoophiyaa 116ffaa sababeeffachuun agarsiisaa fi siimpooziyamii Godambaa Saayinsiitti…
Oduu biyya keessaa Kalaqnii fi Ogummaan ariitiin dabaalame carraa hojii itti fufiinsaan uumuuf murteessaadha-TKM Yonatan Birhanu May 1, 2025 0 Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) –Kalaqnii fi ogummaan ariitiin dabaalame carraa hojii itti fufiinsaan uumuuf murteessaa ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen haqaa tajaajila haqa qabeessa, si’ataa fi bu’aa qabeessa akka kennan… Yonatan Birhanu May 1, 2025 0 Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) – Korri sagantaa sirna haqaa Magaalaa Shaggaritti qaamolee dhimmamtootaa hirmaachise taa'amaa jira. Waltajjiin kora haqaa kun mata duree ''sirna…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa Murtoowwan garaagaraa dabarse Tsehay Guluma May 1, 2025 0 Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) –Manni Maree Ministiroota Walga’ii idilee 44ffaa har'a gaggeesseen dhimmoota garaagaraatti mari’achuun murtoowwan dabarseera. 1.Manni Marichaa deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ergaa Pireezidaantii Angoolaarraa ergameef fudhatan Tsehay Guluma May 1, 2025 0 Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ergaa Pireezidaantii Angoolaa Juu'aawoo Maanu'eel Goonkaaleev Looreenchoo irra ergameef fudhachuu ibsan.…