Naannoo Afaaritti talaalliin ittisa dhibee Pooliyoo eegalame
Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC) – Naannoo Afaaritti talaallii qindaa’aan ittisa dhibee Pooliyoo marsaa 3ffaan eegalame.
Talaallichi har’a magaalaa Loogiyaatti eegalamuu fi daa’immaan…