Ispoortii Tapha gulaallii xumuraa Waancaa addunyaa biyyoota Afrikaa… Sifen Megersa Oct 11, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 1, 2018 (FMC) –Waancaa Addunyaa 2026 Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksiikoon waloon qopheessaniif biyyoonni Afrikaa tapha gulaallii ramaddii xumuraa boruu eegaluun…
Oduu biyya keessaa Qaamolee filannoon Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa milkaa’inaan akka… Ayana Dheressa Oct 11, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa qaamolee filannoon Mana Marichaa milkaa’inaan akka xumuramuuf gahee isaanii bahataniif…
Oduu biyya keessaa Fedhii uummataa guutuuf galii haalaan sassaabuun dhimma yeroon kennamuuf miti- Obbo Adam Faaraah Ayana Dheressa Oct 11, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC) - Fedhii uummataa guutuuf galii haalaan sassaabuun dhimma yeroon kennamuuf miti jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Itti gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Tajaajila manneen murtii teeknooloojiin deeggaruuf hojjetamaa jira- Obbo Taaggasaa Caafoo Ayana Dheressa Oct 11, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoo tajaajila manneen murtii si’ataa taasisuufi teeknooloojiin deeggaruuf kutannoon…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa Onkoloolessa 3, 2018 kabajama Ayana Dheressa Oct 11, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Guyyaan Alaabaa Wiixata dhufu Onkoloolessa 3, 2018 kabajama. Guyyichi mata duree “Alaabaan Keenya bara misiraachoo olka’iinsa Itiyoophiyaa, tokkummaa…
Oduu biyya keessaa Feestivaala Nyaata Aadaa Itiyoophiyaa…. Ayana Dheressa Oct 11, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Feestivaalli Nyaata Aadaa Itiyoophiyaa guyyaa har’aa Riizoortii Kurriftuu Afrikaatti gaggeeffamuu eegaleera. Feestivaalichi qindoomina…
Oduu biyya keessaa Geejjibni Galaanarraafi Loojistiksii Itiyoophiyaa leenjifamtoota ajajoota doonii eebbisiise Ayana Dheressa Oct 11, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Geejjibni Galaanarraafi Loojistiksii Itiyoophiyaa leenjifamtoota ajajoota doonii eebbisiiseera. Akkaadaamiin Geejjiba Galaanarraafi Loojistiksii…
Teeknooloojii Nageenya imala dijiitaalaa keenya eegsisuun dhimma filmaata hin qabnedha- Aadde Alamtsahaay… Ayana Dheressa Oct 11, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Nageenya imala dijiitaalaa keenya eegsisuun dhimma filmaata hin qabnedha jedhan Itti gaafatamtuun Waajjira Ministira Muummeefi Ministirri Dhimmoota…
Biiznasii Konkolaattonni gaazii uumamaa fayyadaman kamiiyyuu qaraxarraa bilisaan akka galan eeyyamame Sifen Megersa Oct 10, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC) – Konkolaattonni gaazii uumamaa fayyadaman qaraxa Gumrukaarraa bilisaan akka galan mootummaan eeyyame jedhe Ministeerri Maallaqaa. Itiyoophiyaan kuufama…
Oduu biyya keessaa Kitaabni dhaloota ida’amuu Afaan Urduutti hiikamuun dubbiftootaaf dhiyaate Sifen Megersa Oct 10, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC) – Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin kan barreeffame Kitaabni dhaloota ida’amuu Afaan Paakiistaan Urduutti hiikamuun dubbiftootaaf dhiyaateera.…