Biiroon Lafaa Oromiyaa ogeeyyii fi hoggantoota seera cabsan 294 irratti tarkaanfii fudhate
Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC) – Biiroon Lafaa Oromiyaa ogeeyyii fi hoggantoota dambii fi seera cabsan 294 irratti tarkaanfii fudhe jedhe.
Waltajjiin Gumii Balballoomii dhimma Lafaafi…