Sa’ud Arabiyaan balaa sigiga lafaa Godina Gaamootti mudateen lammiilee lubbuun isaanii darbeef gadda…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2018 (FMC) – Sa’ud Arabiyaan balaa sigiga lafaa Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa Godina Gaamootti mudateen lammiilee lubbuun isaanii darbeef gadda ishee ibsiteerti.…