Oduu biyya keessaa Hirkattummaa boba’aa hir’isuuf …. Ayana Dheressa Mar 30, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2018 (FMC) – Hirkattummaa boba’aa hir'isuufi diinagdee magariisaa ijaaruuf anniisaa haaromfamaatti fayyadamuun dhimma filmaata biraa hin qabnedha jedhe Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Inistiityuutii Leenjii kabachiisa nageenya idil addunyaaf deeggarsi Doolaara kuma 100 fi kuma 7… Sifen Megersa Mar 30, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2018(FMC) – Raayyaa Ittisaatti Inistiityuutii Leenjii kabachiisa nageenyaa idil addunyaaf deeggarsi Doolaara kuma 100 fi kuma 7 taasifameera. Giddugala…
Oduu biyya keessaa Bara jijjiiramaa, hogganaan rakkoo siyaasaa waloon hiikuuf waamicha dhiyeesse… Yonatan Birhanu Mar 30, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2018 (FMC) – Bara 2010 jijjiiramni biyyaalessaa dhugoomuu hordofee, dhimmoonni tokkummaa sabdaneessummaa cimsan hedduun mul’ataniiru. Seenaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Korporeeshiniin Manneen Federaalaa misooma manneenii fi hudhaalee jiranirratti marii paanaalii… Sifen Megersa Mar 30, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2018(FMC) – Korporeeshiniin Manneen Federaalaa guyyaa hundeeffama isaa waggaa 50ffaa sababeeffachuun misooma manneenii fi hudhaalee jiranirratti marii paanaalii…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Itiyoophiyaa badhaateefi birmadummaan ishee eegame ijaaruuf itti gaafatamummaa isaa ni… Ayana Dheressa Mar 30, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2018 (FMC) – Mootummaan imala diimokiraasiifi badhaadhinaa itti fufsiisuun itti gaafatamummaa seena qabeessa Itiyoophiyaa dhalootaaf mijattuu, badhaateefi…
Oduu biyya keessaa Baankichi lammiilee sababa sigiga lafaa fi lolaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 10… Sifen Megersa Mar 30, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2018(FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Godina Gaamootti lammiilee sababa sigiga lafaa fi lolaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasiseera.…
Teeknooloojii Wiirtulee Konkolaattoota Elektirikaa walitti hidhan babal’isuuf… Sifen Megersa Mar 30, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2018(FMC) – Waggoottan itti aanaan Wiirtuulee biyya keessatti Konkolaattoota Elektirikaa walitti hidhan 60 qaqqabsiisuuf hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Geejjibaa…
Ispoortii Itiyoophiyaan dorgommii Ispoortii Aadaa fi Feestivaala Ispoortii Aadaa Afrikaa akka qopheessitu… Sifen Megersa Mar 30, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan seenaa keessatti yeroo jalqabaaf dorgommii Ispoortii Aadaa fi Feestivaala Ispoortii Aadaa Afrikaa akka qopheessitu filatamte. Yeroo…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Nageenyi qe’ee Oromootti akka waara’uuf waan barbaachisu hunda raawwachuuf… Tsehay Guluma Mar 29, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2018 (FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa nageenyi qe'ee Oromootti akka waara'uuf waan barbaachisu hunda raawwachuuf qophiidha jedhan Pireezidaantiin Naannichaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Raayyaan waraana ittisuu fi yeroo gabaabaa keessatti faayidaa biyyaalessaa eegsisu ijaarame-… Tsehay Guluma Mar 29, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan diinoota ishee jilbeeffachiisaa turte har’as ijoollee isheen kabajamtee ni jiraatti jedhan Ajajaan Duula Addaa Leetenaal Jeneraal Shuumaa…