Ispoortii Maanisfiildi Taawon 1 – 2 Arsenaal Sifen Megersa Mar 7, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) - Taphoota Waancaa FA Ingiliiz marsaa 5ffaan Arsenaal Maanisfiildi Taawon injifateera. Arsenaal galchii 2 fi 1'n Maanisfiildi Taawon #Oromia…
Oduu biyya keessaa Galmeen filattootaa filannoo waliigalaa 7ffaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Mar 7, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) - Galmeen filattootaa filannoo waliigalaa 7ffaa naannoleetti gaggeeffamaa jira. Har'a galmeen filattootaa naannoo Oromiyaa, Beenishaanguul Gumuz,…
Biiznasii Baatiwwan torban darban daldala alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 5.91cargame – Dooktar… Sifen Megersa Mar 7, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) - Baatiwwan torban darban daldala alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 5.91cargame jedhan Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Oduu biyya keessaa Godambaan Raayyaa Itiyoophiyaa dhaloota biyya ijaaruuf qophaa’aa ta’e uumuuf gargaara… Yonatan Birhanu Mar 7, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2018(FMC) - Godambaan Raayyaa Itiyoophiyaa dhaloota biyya ijaaruuf qophaa'aa ta'e uumuuf gargaara jedhan Daarekterii Bulchiinsa Godambaa Raayyaa fi Qorannoo…
Ispoortii Taphoota Waancaa FA’n har’a taphoonni sadii ni taphatamu Tsehay Guluma Mar 7, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) –Taphoota Waancaa FA Ingiliiz marsaa 5ffaan har’a taphoonni sadii ni taphatamu. Haaluma kanaan Niwuukaasiil Yuunaayitiid Maanchister Siitii waliin,…
Oduu biyya keessaa kaadhimamtoonni kuma 10 ol filannoo irratti dorgomuuf dhiyaataniiru – Boordicha Yonatan Birhanu Mar 6, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2018(FMC) - paartilee Siyaasaa galmaa'an 47 irraa kaadhimamtoonni kuma 10 fi 934 filannoo irratti dorgomuuf dhiyaataniiru jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Itoophiyaan seenaa keessatti cichoominaan kan dhaabatte gootummaa Raayyaa keenyaan – Obbo… Yonatan Birhanu Mar 6, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2018(FMC) - Itoophiyaan seenaa keessatti qormaatilee keessa cichoominaan kan dhaabatte gootummaa Raayyaa keenyaan jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Ifxaraa boru Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffamu sababeeffachuun daandiiwwan tajaajila… Ayana Dheressa Mar 6, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2018 (FMC) – Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Magaalaa Finfinnee sagantaa Ifxaraa boru Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffamu sababeeffachuun daandiiwwan tajaajila…
Fayyaa Hospitaalonni tajaajila isaanii kalaqaa fi hojmaata haaraan fooyyessuu qabu – Dooktar Maqdas… Sifen Megersa Mar 6, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2018 (FMC) – Hospitaalonni tajaajila isaanii kalaqaa fi hojmaata haaraan fooyyessuu qabu jedhan Ministirri Ministeera Fyyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan. Dhaabbileen…
Ispoortii Taphoota Waancaa FA’n har’a falmiin Woolviis Liiverpuul waliin taasisu ni eegama Sifen Megersa Mar 6, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa FA marsaa 5ffaan taphni har’a Woolviis Liiverpuul keessummeessu ni eegama. Taphni kun har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee…