Oduu biyya keessaa Biyyoo gabbataa hanga oomisha quubsaa!! Sifen Megersa Mar 28, 2026 0 Oomishni Paappayaa fi Muuzii keenya lafti keenya eebba guddaa fi midhaan itti fufiinsa qabuu fi hin dhumne oomishuu akka dandeenyu ragaadha – Dooktar Abiy Ahimad #Oromia #Ethiopia
Ispoortii Saa’oo Toomee fi Pirinsiippee 0 – 3 Itiyoophiyaa Sifen Megersa Mar 27, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2018 (FMC) - Tapha gulaallii duraa waancaa Afrikaa 2027 har'a taphatameen Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Saa'oo Toomee fi Pirinsiippee injifateera.…
Oduu biyya keessaa Korporeeshiniin Manneen Federaalaa guyyaa hundeeffama isaa waggaa 50ffaa kabajuufi Sifen Megersa Mar 27, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2018 (FMC)- Korporeeshiniin Manneen Federaalaa guyyaa hundeeffama isaa waggaa 50ffaa mataa duree 'Boqonnaa Haaraan Egeree fooyya'aaf' jedhuun qophiilee adda addaan…
Fayyaa Finfinneen Konfiraansii Fayyaa Hawaasaa idil addunyaa 5ffaa akka qopheessitu filatamte Sifen Megersa Mar 27, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2018(FMC) – Magaalaan Finfinnee Konfiraansii Fayyaa Hawaasaa idil addunyaa 5ffaa akka qopheessituuf filatamteerti. Giddugalli Ittisa fi To’annoo dhibee Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Bishooftuu-Magaalaa Misooma kooridariin daran miidhagde Ayana Dheressa Mar 27, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2018 (FMC) – Hojiin Misooma Kooridarii magaalaa Bishooftuutti hojjetamaa jiru magaalattii daran miidhagsaa, ammayyeessaafi jireenyaaf mijattuu taasisaa jira.…
Oduu biyya keessaa Galmee filattootaa filannoo waliigalaa 7ffaa Shawaa Kaabaatti… Sifen Megersa Mar 27, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2018(FMC) – Godina Shawaa Kaabaatti hanga ammaatti jiraattoonni kumni 800 fi kumni 32 ol kaardii filannoo fudhatan jedhe Waajjirri Kominikeeshinii godinichaa.…
Idil Addunyaa Weellisaa beekamaan duraanii Baaleendiraa Shaahiin Ministira Muummee Neeppaal ta’e Sifen Megersa Mar 27, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2018(FMC) – Weellisaa beekamaa kan ture Baaleendiraa Shaahiin Ministira Muummee Neeppaal ta’uu sirna kakuu raawwate. Dargaggoon umrii waggaa 35 Baaleendiraa…
Teeknooloojii Kenna tajaajila socho’aa tajaajila si’ataafi dhaqqabamaa taasisuuf… Sifen Megersa Mar 27, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2018(FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti kenni tajaajila socho'aa tajaajila si'ataafi dhaqqabamaa akka ta'uu hojjetamaa jira. Kenni tajaajila so’achaa…
Fayyaa Oromiyaatti Duulli Talaallii Pooliyoo kennamuu eegale Tsehay Guluma Mar 27, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2018 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti Duulli Taalallii Pooliyoo Qinda'aa Marsaa 5ffaan Daa’imman Umurii shanii gadiif kennamuu eegaleera. Duula talaallichaa Hogganaa…
Biiznasii Oomishaalee Doolaara biiliyoona 4 olitti tilmaaman kan biyya keessaan bakka buusuun danda’ame Ayana Dheressa Mar 27, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2018(FMC) – Bara baajataa kana baatiwwan saddeettan darban keessa oomishaalee Doolaara biiliyoona 4 olitti tilmaaman kan biyya keessaan bakka buusuun danda’ame…