Waltajjiin Maree Biyyaalessaa Naannoo Tigraay Finfinneetti gaggeeffamuufi
Finfinnee, Bitootessa 18, 2018 (FMC)- Waltajjiin Maree Ajandaa walitti qabuu Naannoo Tigraay Bitootessa 23-25, 2018 Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuufi jedhe Komishiniin Maree Biyyaalessaa.…