Filannoo waliigalaa 7ffaa lammiileen miiliyoonni 54 ol filachuuf galmaa’an…
Paartileen Siyaasaa 42, Kaadhimamtoonni kumni 10 fi 438 ol fi dorgomtoonni dhuunfaa 80, seera filannoo fi duudhaa siyaasaa kabajuun dorgommiif dhiyaachuun sagaalee ummataa eeggachaa jiru.…