Moorawwan Buqqaatoota biyya keessaa fi waraanaatti adeemsi sagalee kennuu guyyaa boruu gaggeeffama –…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Moorawwan Buqqaatoota biyya keessaa fi waraanaa, akkasuma buufataalee addaatti adeemsi sagalee kennuu guyyaa boruu gaggeeffama jedhe Boordiin Filannoo…