Ispoortii Morkii Biraaziil Jaappaan waliin taasiftu… Sifen Megersa Jun 29, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 22, 2018 (FMC) – Taphoota moo’anii darbuu Waancaa Addunyaan morkiin har’a Biraaziil Jaappaan waliin taasiftu ni eegama. Har’a galgala sa’aatii 2:00 eegalee Biraaziil…
Oduu biyya keessaa Namaan kan bade, namaan misoome – Kaantiibaa Adaanech Abeebee Sifen Megersa Jun 29, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 22, 2018 (FMC) – Piroojektiin Qarqara Laga Qabbannaa Magaalaa Finfinneef simboo dabalataa ta’eera jedhan Kaantiibaan magaalichaa Aadde Adaanech Abeebeen. Namaan kan…
Oduu biyya keessaa Ashaaraan Magariisaa bu’uura dhalootaa cimsa – Af Yaa’ii Sa’aadaa Abdurrahmaan Sifen Megersa Jun 29, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 22, 2018 (FMC) – Ashaaraan Magariisaa bu’uura dhalootaa cimsa jedhan Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan. Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa…
Oduu biyya keessaa Ga’aatti ilaaluu dhabuu keenyaan, miidhagina magaalaa keenyaa utuu hin argin barootaaf… Yonatan Birhanu Jun 28, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC) - Finfinnee Waan gahaatti ilaaluu dadhabneef, miidhagina ishee arguun nuuf malu osoo hin argin barootaaf hafneerra jedhan Ministirri Muummeen Dooktar…
Oduu biyya keessaa Finfinneen gaaffilee fi fedhiiwwan bu’uuraa jiraattota ishee qabatamaan deebisaa jirti –… Yonatan Birhanu Jun 28, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee gaaffiin fi fedhiin bu'uuraa jiraattota magaalaa Finfinnee qabatamaan deebi'aa jiraachuu ibsan.…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad piroojektii misooma qarqara lagaa Inxooxxoo-Qabbanaa… Yonatan Birhanu Jun 28, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad piroojektii misooma qarqara lagaa Inxooxxoo-Qabbanaa har'a ifatti eebbisaniiru. Ministirri Muummee Dooktar…
Idil Addunyaa Faransaayitti xiyyaarri kufuun balaa uumameen lubbuun namoota 11 darbe Yonatan Birhanu Jun 28, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC) - Baha Faransaay magaalaa Toombilaayinitti xiyyaarri kufee caccabuun balalisaa xiyyaarichaa dabalatee lubbuun namoota 11 darbe. Xiyyaarri siivilii…
Oduu biyya keessaa Dafqa keenyaan gaaddisa dhalootaa dhaabuun madaala uumamaa tiksina – Obbo Shimallis Abdiisaa Yonatan Birhanu Jun 28, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC) - Dafqa keenyaan Gaaddisa dhalootaa dhaabuun madaala uumamaa tiksina jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa. Obbo…
Idil Addunyaa Waraana Ameerikaafi Iraan irra deebiin… Ayana Dheressa Jun 28, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC)- Ameerikaan haleellaa diroonii Doonii Paanaamaa ulaa Hoormuuz irraan darbaa turerratti raawwatame hordofee Iraan irratti haleellaa haaraa raawwatteetti.…
Biiznasii Invastaroota hedduu horachuuf haala mijataa uumuun danda’ameera- Biiricha Ayana Dheressa Jun 28, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC)- Rakkoowwan invastimantiirratti mudachaa turan hiikuun invastaroota hedduu horachuuf haala mijataa uumuun danda'ameera jedhe Biiroon Carraa Hojii Uumuufi…