Naannoo Afaaritti dhaabbiin biqiltuu Sagantaa Ashaaraa Magariisaa eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018 (FMC)- Naannoo Afaaritti dhaabbiin biqiltuu Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaa mata duree “ Abdii Haa Dhaabnu” jedhuun guyyaa har’aa eegalameera.…