Oduu biyya keessaa Riifoormii dandeettii birmadummaa biyyaa tiksuu guddise… Sifen Megersa Jul 1, 2026 0 Faayidaa biyyaalessaa, nageenya lammiilee, sirna heera mootummaa,daangaa biyyaa kabachiisuu fi tiksuu keessatti dhaabbileen nageenyaan qooda olaanaa qabu. Raayyaan Ittisaa,dhaabbileen…
Biiznasii Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Birrii biiliyoona 80 bu’aa argate Sifen Megersa Jul 1, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 24, 2018 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa bara baajataa kana Birrii biiliyoona 80 bu’aa argadhe jedhe. Pireezidaantiin baankichaa obbo Abbee Saannoon raawwii…
Oduu biyya keessaa Kitaabni Ida’amuu Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin barreeffame Afaan Chaayinaatti… Yonatan Birhanu Jul 1, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2018 (FMC) - Kitaabni Ida'amuu Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin barreeffame Afaan Chaayinaatti hiikamee dubbisaaf dhihaachuuf akka jiru ibsame.…
Idil Addunyaa Balaa Kirkira lafaa Veenzuweelaatti mudateen daa’imni waggaa 3 guyyoota 6 booda lubbuun argame Sifen Megersa Jul 1, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 24, 2018 (FMC) – Balaa Kirkira lafaa Veenzuweelaatti mudateen daa’imni waggaa 3 guyyoota 6 booda jigjiga keessaa lubbuun argameera. Lubbuu baraartootni ammas hojii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Abbootii Qabeenyaa Dubaay dameewwan invastimantii irratti bobba’aniif deeggarsa… Yonatan Birhanu Jul 1, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2018 (FMC) - Imereetota Araba Gamtoomanitti Ambaasaaddarri Guutuu RDFI Ambaasaddar Dooktar Jamaal Bakar Itiyoophiyaan dameewwan inveestimantii adda addaa irratti…
Oduu biyya keessaa Taphoonni mo’anii darbuu Waancaa Addunyaa har’as itti fufuun ni taphatamu Sifen Megersa Jul 1, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 24, 2018 (FMC) – Taphoota mo’anii darbuu Waancaa Addunyaan morkiin har’a Ingilaandi DR Koongoo, Beeljiyeem ammoo Seeneegaal waliin taasisan ni eegama. Har’a galgala…