Oduu biyya keessaa Seenaa qabeessummaa Marichaa… Ayana Dheressa Aug 24, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC)- Rakkooleen walxaxaan siyaasaa fi hawaasummaa baroota dheeraaf Itiyoophiyaa keessa turan guyyaa tokkotti kan uumaman miti; guyyaa tokkottis furamuu hin…
Ispoortii Cheelsii vs Fuulhaam… Tsehay Guluma Aug 24, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) - Piriimeer Liigii Ingiliiz bara dorgommii 2026/27 torbee jalqabaan cheelsiin dirree isaan ala imaluun Fuulhaam waliin eegala. Kilaboonni lamaan yeroo…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbe Tsehay Guluma Aug 24, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) - Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Booleetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbeera. Kutaa magaalichaa Aanaa 11tti naannawaa Mana…
Oduu biyya keessaa Kallattii waraanaa kan jijjiiru: Ajaja duula Addaa Ayana Dheressa Aug 24, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC)- Raayyaan Ittisaa Itiyoophiyaa uummataaf dhaabbachuun, naamusa gaariin fi kabaja biyyaa gootummaa fi dandeettii olaanaadhaan eegsisuun seenaa cululuqaa…
Oduu biyya keessaa Yaadama Ida’amuu fi Pirojektoota Gurguddoo Yonatan Birhanu Aug 24, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) -Dhimmoota ijaarsa fi guddina diinagdee biyyattiif gahee murteessaa qaban keessaa tokko ijaarsa pirojektoota gurguddoo (meeggaa) ti. Itiyoophiyaanis…
Ispoortii Maanchister Siitii 2- 1 Boornimaawuz Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018 (FMC)- Tapha torbee jalqabaa Piriimer Liigii Ingilaandiin Maanchister Siitiin Boornimaawuziin galchii 2 fi 1 injifateera. Tapha biraan shaampiyoonaan liigii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan tuurizimiin damee tumsa tarsiimawaa BRICS akka ta’uuf waamicha dhiyeessite Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan tuurizimiin damee tumsa tarsiimawaa BRICS akka ta’uuf waamicha dhiyeessite. Itiyoophiyaan walga’ii Ministiroota Tuurizimii fi Konfiraansii…
Oduu biyya keessaa Ulaa Galaanaa Guddina Diinagdee Naannawaaf… Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018 (FMC)- Ulaan galaanaa diinagdee, daldalaa, nageenyaa fi hariiroo idil-addunyaa biyya tokkoof baay’ee murteessaadha. Abbummaa ykn mirga ulaa galaanaa…
Ispoortii Atileet Yoomiif Kajeelchaa dorgommii fiigicha walakkaa maaraatooniin riikardii haaraa galmeessise Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018(FMC)- Atileet Yoomiif Kajeelchaa dorgommii fiigicha walakkaa maaraatoonii Arjentiinaa Boonas Ayirasitti dorgomame injifateera. Atileet Yoomiif Qajeelchaa…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa biyyaa eegsisuuf qophiidha- Eebbifamtoota Koomaandoo Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018(FMC)- Dirqama biyyaa nutti kennamu milkaa’inaan bahachuun birmadummaa Itiyoophiyaa eegsisuuf qophiidha jedhan eebbifamtoonni Koomaandoo Giddugala Leenjii Ajaja…