Fayyaa Finfinnee Giddugala tuurizimii fayyaa gochuuf…. Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018(FMC)- Guyyaa har’aa Kompileeksii Meedikaalaa Niwu Laayif eebbisuun hojii eegalchiisneerra jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen. Aadde…
Oduu biyya keessaa Aadaa Siyaasaa Haaraa… Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Ijoolleen Itiyoophiyaa kutaalee biyyattii garaagaraarraa walitti babba’an guyyoota 40’f walitti aansuun waltajjii tokkorratti mari’achuun, yaada wal jijjiiruun seenaa haaraa barreessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Biyya qajeeltoo “Rakkoo Afrikaaf Furmaata Afrikaa” jedhu qabatamaan mirkaneessite Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018 (FMC)- Injifannoowwan gurguddoon tokko tokko dirree waraanaa irratti hin galmeeffaman; seenaan tokko tokko sagalee rasaasaan osoo hin taane, marii fi…
Oduu biyya keessaa Injifannoo Biyyaalessaa fi Ifa Bara Haaraa Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018(FMC) - Yaa'iin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa milkaa’inaan xumuramuun, cimina biyyaattii, ogummaa uummata ishee fi ga’umsa hiree ishee ofiin murteeffachuu…
Fayyaa Hirmaattonni walga’ii Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Koree Naannawaa Afrikaa 76ffaan sosochii qaamaa… Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018(FMC)- Hirmaattonni walga’ii Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Koree Naannawaa Afrikaa 76ffaan Finfinneetti sosochii qaamaafi adeemsa miillaa gaggeessaa jiru. Adeemsi…
Oduu biyya keessaa Shakkiin mo’ameera, qoqqoodinsi kufeera! Yonatan Birhanu Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17,2018(FMC)- Itiyoophiyaan, biyya seena qabeettii shakkii, hoo’a siyaasaa fi walxaxiinsa seenaa keessatti waggoota dheeraaf raafamaa turte, har’a qalama ilmaan isheetiin…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanonni mari’atan; Itiyoophiyaanis injifatte Yonatan Birhanu Aug 23, 2026 0 !Finfinnee, Hagayya 16, 2018(FMC) - Itiyoophiyaan siyaasni humnaa fi walitti bu’iinsi ni ga’a jechuun, garaagarummaa ishee karaa marii qaroomaa fi nagaa qabuun furuuf tarkaanfiin fudhatte,…
Oduu biyya keessaa Marii Biyyaalessaa, injifannoo cimaa guddummaa Itiyoophiyaanotaa agarsiise — Obbo Mahaammad Idiriis Yonatan Birhanu Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) — Yaa’iin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa guddinaafi ulfina Itiyoophiyaa irra deebi’ee kan mul’ise injifannoo guddaa ta’uu Ministirri Nageenyaa Mahaammad…
Oduu biyya keessaa Mariin biyyaalessaa guddina biyyaaf tarkaanfii cimaa fi karaa itti fufiinsa qabu yaaduu kan… Yonatan Birhanu Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 - Pirezidaantiin Taayyee Atsiqe-Sillaasee sirna xumuraa Marii Biyyaalessaa irratti akka jedhanitti, kaayyoon marichaa wabii siyaasaa yeroo gabaabaa argachuu osoo…
Oduu biyya keessaa Barattoonni kuma 70 fi 544 qabxii yunivarsiitii seenuuf isaan dandeessisu galmeessaniiru –… Yonatan Birhanu Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) - Barattoota kuma 500 fi kuma 50 fi 210 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 fudhatan keessaa, barattoonni kuma 70 fi 544 qabxii yuunivarsiitii…