Oduu biyya keessaa Ulaa Galaanaa guddina diinagdee Waaraaf Ayana Dheressa Aug 8, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2018 (FMC) — Ulaan galaanaa sochii diinagdee, hawaasummaa fi siyaasaa biyya tokkoof baay'ee murteessaa dha. Daldalli idil-addunyaa %80 ol kan raawwatamu karaa…
Oduu biyya keessaa Marichi rakkoolee baroottaniif turan furuun biyya cimtuu ijaaruuf dandeessisa- Mari’attoota Ayana Dheressa Aug 8, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2018(FMC)- Marichi rakkoolee baroottaniif turan furuun biyya cimtuu ijaaruuf dandeessisa jedhan mari’attoonni yaa’ii marii biyyaalessaa. Akka mari’attoonni kunneen…
Oduu biyya keessaa Ashaaraan magariisaa dandeettii marii qabeenya qilleensaa Afrikaa guddisa- Dippiloomaatota Ayana Dheressa Aug 8, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2018(FMC)- Sagantaan Ashaaraan magariisaa Itiyoophiyaa dandeettii marii qabeenya qilleensaa Afrikaa guddisa jedhan dippiloomaatonni Afrikaa. Gamtaa Afrikaatti…
Oduu biyya keessaa Ministirri Mummee Dooktar Abiy Ahimad OBN waliin turtii taasisaniin dhimmoota ijoo kaasan keessaa: Yonatan Birhanu Aug 8, 2026 0 👉 Ummanni Oromoo seenaa isaa dheeraa keessatti yeroo kamiyyuu sirna gita bittootaa irratti yoo ta'e malee, Itiyoophiyaa irratti mormii kaasee hin beeku. Gaaffiin isaa yeroo hunda sirna…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummeen Dooktar Abiy Ahimad OBN waliin turtii taasisaniin, seenaa ijaarsa mootummaa… Yonatan Birhanu Aug 8, 2026 0 👉 “Oromoon ibsituu tokkummaa Itiyoophiyaa ti; Oromoon yoo hin jiraanne, Itiyoophiyaan hin jirtu.” 👉 “Oromoon ijaarsa Itiyoophiyaa keessatti hapheentokkummaa ti.” 👉 “Daangaa…
Oduu biyya keessaa Oromoon bilisoomeera; lamuu gabirummaaf qophaa’a miti” – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Aug 8, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2018(FBC) - Jijjiirama mootummaa biyyattiitti dhufeen bilisummaan Oromoo guutummaatti mirkanaa'eera jedhan Minisitiirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar…
Oduu biyya keessaa “Oromoon ala tokkummaa Itiyoophiyaa eeguu fi dhugoomsuun hindanda’amu” – Dooktar Abiy… Yonatan Birhanu Aug 8, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2018(FMC) - MinistIrri Muummee Dooktar Abiy Ahimad gumaacha ummanni Oromoo ijaarsa biyya Itioophiyaa keessatti bahate balinaan ibsuun, “Oromoon haaphee tokkummaa…
Oduu biyya keessaa Oromoon hin jiru taanaan Itiyoophiyaan hin jirtu- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Aug 7, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2018 (FMC) – Oromoon hin jiru taanaan Itiyoophiyaan hin jirtu jedhan Mnistirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad turtii OBN…
Oduu biyya keessaa Oromoof lafti lafeedha- Dooktar Abiy Ahmad Ayana Dheressa Aug 7, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2018( FMC)- Ministirri Mummee Dooktar Abiy Ahimad Oromoof dhimmi lafaa dhimma diinagdee qofa akka hin taane ibsan. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad turtii OBN…
Oduu biyya keessaa Faawundeeshiniin Raayyaa Ittisaa qooda isaa cimsuu qaba- Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaa Ayana Dheressa Aug 7, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2018 (FMC) – Faawundeeshiniin Raayyaa Ittisaa qooda isaa cimsuu qaba jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan. Fiild…