Terminaalichi tajaajila mijataafi si’ataa kenna- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Terminaalli haaraan buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Dajjaazmaach Balaay Zallaqaa tajaajila mijataa fi si’ataa kenna jedhan Ministirri Muummee RDFI…