Oduu biyya keessaa Bunaa fi Ashaaraa Magariisa Yonatan Birhanu Aug 4, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2018 (FMC) - Oomishni bunaa Itiyoophiyaa waggoota shanan darban dachaa sadiin guddina agarsiiseera jedhe Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Itiyoophiyaa.…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaa qalbii miidiyaalee idil addunyaa haawwate Sifen Megersa Aug 4, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2018 (FMC) – Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaan duulli guyyaa tokkoo kaleessa gaggeeffame qalbii miidiyaalee idil addunyaa haawwateera. Guyyaa kaleessaa…
Oduu biyya keessaa Ulaa Galaanaa misooma hundagalessaa Itiyoophiyaaf… Sifen Megersa Aug 4, 2026 0 Karri Galaanaa misooma dinagdee, hawaasummaa fi waliigalaa Itiyoophiyaatiif murteessaadha. Gabaa idil addunyaa bahuu fi nageenya diinagdee eegsisuuf karra galaanaa argachuun Itiyoophiyaaf…
Oduu biyya keessaa Innisheetiivonni cabiinsawwan suphan dameewwan hundaan hojii irra oolaa Jiru – Obbo Ashaadilii Hasan Yonatan Birhanu Aug 4, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2018 (FMC) - Pirezidaantiin Naannoo BeeniShaangul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan Innisheetiivonni cabiinsawwan suphan dameewwan hundaan hojii irra oolaa Jiru jedhan.…
Biiznasii Qonnaa Kilaastaraa Gara Dhaabbilee Bizinasii Qonnaatti Ceesisuuf Hojjetamaa Jira – Obbo Addisuu… Yonatan Birhanu Aug 4, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2018(FMC) - Hojiin qonna kilaastaraa yaadama Ida'amuu irratti hundaa'uun qonnaan bultoota qabiyyee lafa xiqqoo qaban walitti gurmeessu, oomishtummaa damee qonnaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Ashaaraa magariisaa agarsiistuu cichoominaa fi tumsa lammiilee Itiyoophiyaa Yonatan Birhanu Aug 4, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2018(FMC) - Uummanni Itiyoophiyaa uummata tumsaa fi cichoominaan hojjechuun seenaa galmeessisuun beekamuu dha. Kanaaf ammoo injifannoon Adwaa fi Hidha Haaromsaa…
Ispoortii Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii Oorigan gahe Yonatan Birhanu Aug 4, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2018 (FMC) – Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 21ffaarratti hirmaatu Ameerikaa Oorigan gaheera.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo milkiin xumurame- TKM Ayana Dheressa Aug 3, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Sagantaan dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo milkiin xumurameera jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Tajaajilichi ibsa baaseen, wayita wal…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa:- Ayana Dheressa Aug 3, 2026 0 Ashaaraan magariisaa keenya akka dhalootaatti kan milkeessine fi injifannoo biyyaalessaa tumsaan galmeessinedha. Sadarkaa biyyaalessaatti kan gaggeeffame sagantaa dhaabbii biqiltuu guyyaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanonni ida’amuun wanta karoorsan milkeessuu akka danda’an mul’isaniiru- Dooktar Abiy… Ayana Dheressa Aug 3, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Sagantaa dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon Itiyoophiyaanonni ida’amuun wanta karoorsan milkeessuu akka danda’an mul’isaniiru jedhan Ministirri Muummee RDFI…