Fooyya’iinsi dinagdee Gooroo guddina hunda galeessa Itiyoophiyaaf gumaacha olaanaa qaba – Obbo…
Finfinnee, Fulbaana 2, 2019 (FMC) – Dameewwan fooyya’iinsa dinagdee biyya keessaa bocamanii hojiirra oolan, guddina hunda galeessaa Itiyoophiyaaf gumaacha olaanaa fidaa akka jiran ogeessi…