Nageenya biyyaaf cimnee hojjechuu qabna- Eebbifamoo Abune Maatiyaas
Finfinnee, Fulbaana 16, 2019(FMC)- Wantoota tokummaa keenyaaf gufuu ta’an fageessanii yaaduun irra darbuun nageenya biyyaaf cimnee hojjechuu qabna jedhan Paatiriyaarkiin Mana Amantaa…