Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii Miiliyoona 500 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) - Meeshaaleen kontiroobaandii bahii fi galii Birrii miiliyoona 500 fi Miiliyoona 3 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.…