Waardiyyaa birmadummaa biyyaa, Gaachana Ummataa: Raayyaa Ittisaa
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2019 (FMC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa dirree hundatti cichoominaan injifannoo galmeessuun birmadummaa biyyaa kan kabachiise Raayyaa Injifannooti.…