Oduu biyya keessaa Oomisha Avokaadoo: Agarsiistuu milkaa’ina oomisha fuduraa Ayana Dheressa Oct 28, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 18, 2019(FMC)- Utubaalee diinagdee Itiyoophiyaa shanan keessaa qonni tokko. Oomisha qonnaa guddisuu, omishtummaa dabaluufi qonna gabaa irratti…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin 3ffaa Raashiyaa- Afrikaa har’aa fi Boru Mooskootti gaggeeffama Yonatan Birhanu Oct 28, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2019 (FMC) - Yaa’iin 3ffaa Raashiyaa -Afrikaa, Har’aa fi Boru Raashiyaa Mooskootti gaggeeffama. Yaa’icharratti hoggantoonni biyyootaa fi qopheessitoonni…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Raashiyaa Mooskoo galan Ayana Dheressa Oct 28, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 18, 2019(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Raashiyaa Mooskoo galaniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii Raashiyaa- Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Godina Kibba Baha Oromiyaatti bara kana damma toonii kuma 29 ol argachuuf hojjatamaa jira-… Yonatan Birhanu Oct 27, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 17, 2019 (FMC)- Godina Kibba Baha Oromiyaatti bara kana damma toonii kuma 29 ol argachuuf hojjatamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa godinichaa ibse. Oomishni kun…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa Naannoo Tigraayitti argamu oomisha qonnaa walitti qabe Sifen Megersa Oct 27, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2019 (FMC) – Raayyaa Ittisaa Ajaja Lixaatti kutaan waraanaa Abdiisaa Aagaa qonnaan bultoota naannoo Tigraayiif oomisha qonnaa walitti qabeera. Miseensonni…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Xaanaa Itiyoophiyaan Nageenyaa fi Tasgabbii Naannawichaa Keessatti Gahee Murteessaa… Yonatan Birhanu Oct 27, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 17, 2019 (FMC) - Fooramiin Xaanaa Itiyoophiyaan nageenyaa fi tasgabbii naannichaa keessatti gahee murteessaa qaaachuu kan agarsiisuu dha jedhan Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Raashiyaan Afrikaa Badhaatuu fi Birmadummaan Ishee Mirkanaa’e Ijaaruuf Tumsa Ishee Cimsitee Itti… Yonatan Birhanu Oct 27, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 17, 2019 (FMC) — Raashiyaan hariiroo biyyoota Afrikaa waliin qabdu cimsuun tumsa Afrikaa badhaatuu fi birmadummaan ishee mirkanaa’e ijaaruuf qabdu akka itti fuftu…
Oduu biyya keessaa Karoorri ofdanda’uu, karoora tarsiima’aa hiree uummata Oromoo gara ce’umsa… Sifen Megersa Oct 27, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2019 (FMC) – Qorannoon raawwii hojii Mootummaafi Paartii kurmaana 1ffaa bara 2019 Mootummaa Naannoo Oromiyaa Magaalaa Bishooftuu, Galma Harsadeetti guyyoota 4f…
Oduu biyya keessaa Qorannoon raawwii hojii Mootummaafi Paartii kurmaana 1ffaa Naannoo Oromiyaa xumurame Sifen Megersa Oct 27, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2019 (FMC) – Qorannoon raawwii hojii Mootummaafi Paartii kurmaana 1ffaa bara 2019 Mootummaa Naannoo Oromiyaa Magaalaa Bishooftuu, Galma Harsadeetti guyyoota 4f…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Maqalee Bulchitoota Kutaalee Magaalaa Torbanii Muude Yonatan Birhanu Oct 27, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 17, 2019 (FMC) — Kantiibaan Magaalaa Maqalee Dooktar Shishaay Amaare, bulchitoota kutaawwan magaalattii torban ji’oota jahan itti aananiif bulchan muudaniiru.…