Harka dhaloota qajeelchaa jiru: Ashaaraa Waajjira Giifti-duree
Finfinnee, Hagayya 24, 2018 (FMC) – Barnoonni dhaloota boruu bocuu fi haqaa hawaasummaa mirkaneessuuf meeshaa ijoo dha.
Dhugaa kana hubachuun, Waajjirri Giifti-duree, kan Giifti-dureen…