Itti gaafatamummaa nuuf kenname sirnaan ba’uun, faayidamummaa ummata magaalichaa mirkaneessuuf…
Finfinnee, Hagayya 25, 2018 (FMC) –Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee karoora tarsiimawaa waggoota shanan itti aananii fi karoora bara 2019 irratti marii guyyoota lamaaf gaggeessaa ture…