Barataa Yuunivarsiitii Madda Walaabuurraa qabxii waliigalaa 4:00 fiduun eebbifame
Finfinnee,Waxabajjii 20, 2018 (FMC) –Barataa Tolchaa Kabbadaa qabxii waliigalaa 4:00 fiduun Yuunivarsiitii Madda Walaabuurraa meedayilaa Warqee fi Waancaa badhaafamuu eebbifame.…