Teeknooloojii Diinagdee Diijtaaalaa Itiyoophiyaatti… Sifen Megersa Jun 26, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 19, 2018 (FMC) – Jaarraa 21ffaa kana keessa Addunyaan guddina teeknooloojii fi kalaqa saffisaa keessa jirti. Itiyoophiyaan, dhugaa addunyaa kana hubattee, jijjiirama…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan tumsa Paakistaan waliin qabdu cimsuuf murannoo qabdi – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jun 26, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 19, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan tumsa Paakistaan waliin qabdu cimsuuf murannoo qabdi jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ergaan Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Magaalattiitti Qorannoon Tilmaama Gatii Kiraa Mana Jireenyaa Dhiyaate Yonatan Birhanu Jun 26, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018 (FMC) - Magaalaa Finfinnee keessatti gatii kiraa mana jireenyaa haala saayinsaawaa fi sababa qabeessa taheen geggeessuuf qorannoon tilmaama gatii dhiyaatee…
Idil Addunyaa Balaaa kirkira lafaa Veenzuweelaatti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 235 qaqqabe Sifen Megersa Jun 26, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 19, 2018 (FMC) – Balaaa kirkira lafaa magaalaa Guddittii Veenzuweelaatti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 235 qaqqabuu ibsame. Namoonni kumni 4 fi 300 miidhaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa dhimmoota adda addaarratti mari’achuun murtoo dabarse Sifen Megersa Jun 26, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 19, 2018 (FMC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 57ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari’achuun murtoo dabarseera. 1.Manni marichaa…
Ispoortii Waancaa Addunyaan morkiin har’a Noorweey fi Faransaay Waliin taasisan ni eegama Sifen Megersa Jun 26, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 19, 2018 (FMC) –Waancaa Addunyaa 23ffaa taphoota ramaddii marsaa 3ffaan har’a morkiin Noorweey – Faransaay,akkasuma Seeneegaal – Iraaq waliin taasisan ni eegamu.…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Lammummaa waktii Gannaa tola ooltota miiliyoona 38 hirmaachisu eegaluufi – BKO Sifen Megersa Jun 26, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 19, 2018 (FMC) – Tajaajilli Lammummaa waqtii gannaa mata dutee ‘olka’iinsa biyyaaf’ tola ooltota miliyoona 38 hirmaachisu eegaluufi jedhe Biiroon Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan Paartii Badhaadhinaaf ergaa baga gammaddanii dabarsite Tsehay Guluma Jun 25, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Chaayinaan Filannoo waliigalaa 7ffaa kan injifate Paartii Badhaadhinaaf ergaa baga gammaddanii dabarsiteerti. Dubbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Kaayyoon Eritiraa yeroo mara Itiyoophiyaa dadhabsiisuu waliin kan walqabatuudha – Obbo… Tsehay Guluma Jun 25, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Tarsimoon Eritiraan akka biyyaatti itti fufuuf qabdu yeroo mara dhimmoota nageenyaa fi hojiilee Itiyoophiyaa dadhabsiisuu waliin kan walqabateedha…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan barii jijjiiramaa riifoormii teknooloojii fi diinagdee milkaa’aa taasifte –… Tsehay Guluma Jun 25, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan barii jijjiiramaa riifoormii teknooloojii fi diinagdee milkaa'aa taasifteerti jedhan Itti Gaafatamtuun Pirees Sekireetaariyaatii Waajjira…