Dhaloota eenyummaa, seenaa, aadaa fi duudhaa isaa beeku horachuuf…
Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC)_ Dhaloota eenyummaa, seenaa, safuu, aadaafi duudhaa isaa beekee ijaarsa biyyaa keessatti qooda isaa bahatu horachuuf hojjechuun barbaachisaadha jedhe Biiroon…