Ayyaanotaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin uumamne hojjetamaa jira- BDO
Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC)_Ayyaana Qilleefi Cuuphaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee garaagaraa akka hin uumamne akkasumas sirna daldalaa keessatti alseerummaa mul'atu to'achuuf…