Sagalee keenya kennuuf guyyaa filannoo hawwiin eegaa jirra – Jiraattota magaalaa Fiichee
Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Sagalee keenya kennuuf guyyaa filannoo hawwiin eegaa jirra jedhan Jiraattotni Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Fiichee.
Sagaleen keenya gatii guddaa waan…