Raayyaan Ittisaa manneen jireenyaa 232 fayyadamtootaaf dabarse
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Raayyaan Ittisaa Biyyaa Manneen jireenyaa miseensota raayyichaa fi hojjettoota Siiviil sarvisiif magaalaa Hawaasaatti ijaaraman 232 fayyadamtootaaf…