Dhibeewwan xiyyeeffannoo addaa barbaadan to’achuu fi dhabamsiisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Amajjii 22, 2018 (FMC) – Guyyaan Dhibeewwan Dadarboo xiyyeeffannoo addaa barbaadanii akka biyyaatti yeroo 5ffaaf Godina Horoo Guduruu Wallaggaa, Magaalaa Shambutti kabajameera.…