Ispoortii Nageellee Arsii 0 – 0 Faasiil Sifen Megersa Apr 30, 2026 0 Finfinnee, Ebla 22, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 29ffaan har’a taphatameen Nageellee Arsiin Faasiil waliin qixa bahe. Taphni sa’aatii 9:00…
Biiznasii Dhaabbileen hoggansa cimaa qaban dorgomaa cimaa ta’u- Dooktar Iyyoob Takkaalinyi Sifen Megersa Apr 30, 2026 0 Finfinnee, Ebla 22, 2018 (FMC) – Dhaabbileen hoggansaa fi bulchiinsa cimaa qaban sodaa maksuun dorgomaa cimaa ta’u jedhan Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaalinyi.…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan daldala biyyoota Afrikaa 53 waliin geggeessitu taaksii irraa bilisa taasiste Yonatan Birhanu Apr 30, 2026 0 Finfinnee, Ebla 22, 2018 (FMC) - Chaayinaan biyyoota 53 michoota dippilomaasii koo jettee amantu waliin daldala geggeessitu taaksiirraa bilisa taasisteetti. Chaayinaan kanaan dura…
Oduu biyya keessaa Hirmaannaa Diyaaspooraan Afriikaa Biyya Isaanii Keessatti qaban Cimsuuf… Yonatan Birhanu Apr 30, 2026 0 Finfinnee, Ebla 22, 2018 (FMC) - Afriikaan lammiilee ishee biyya alaa jiraatan akka michuu tarsiimootti fayyadamuun of cimsuu qabdi jedhan Hoogganaan Waajjira Ministeera Dhimma Alaa Obbo…
Idil Addunyaa Waraana lubbuu lammiilee kuma 6 olii wareegee fi diinagdee addunyaa raase… Sifen Megersa Apr 30, 2026 0 Finfinnee, Ebla 22, 2018 (FMC) – Waraanni Baha Giddugaleessaa lubbuu lammiilee kuma 6 olii wareeguun diinagdee addunyaas akkaan raaseera. Waraanni Ameerikaa – Israa’elii fi Iraan…
Biiznasii Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa mallattoo ijaarsa biyyaa fi qarooma aviyeeshinii Afrikaati –… Yonatan Birhanu Apr 30, 2026 0 Finfinnee, Ebla 22, 2018 (FMC) - Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa gahee ijaarsa biyyaa keessatti qabuun biyya boonsuu bira dabree, mallattoo qarooma aviyeeshinii Afrikaati jedhan hoggantoonni…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan waltajjiiwwan naannawaa fi Idil addunyaarratti hojiilee faayidaa biyyaalessaa… Tsehay Guluma Apr 30, 2026 0 Finfinnee, Ebla 22, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan waltajjiiwwan naannawaa fi Idil Addunyaarratti hojiilee faayidaa biyyaalessaa kabachiisaniifi dippiloomaasii cimaa hojjechaa jirti jedhe…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaatiif Biqiltuun Biliyoona 5 Ol Qophaa’aa Jira Yonatan Birhanu Apr 30, 2026 0 Finfinnee, Ebla 22, 2018 (FMC) - Naannoo Oromiyaatti sagantaa ashaaraa magariisaa baranaatiif biqiltuun biliyoona 5 ol qophaa'aa jiraachuu Biiroonn Qonnaa naannichaa beeksise. Itti…
Ispoortii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu Sifen Megersa Apr 30, 2026 0 Finfinnee, Ebla 22, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 29ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu. Waaree booda sa’aatii 7:00 eegalee Hadiyyaa…
Oduu biyya keessaa Lammiilee Itiyoophiyaa hirkattummaarraa bilisa taasisuuf tarsiimoon bocame bu’aa buusaa jira –… Sifen Megersa Apr 30, 2026 0 Finfinnee, Ebla 22, 2018 (FMC) – Lammiilee Itiyoophiyaa hirkattummaarraa bilisa taasisuuf tarsiimoon bocame bu’aa buusaa jira jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Tarsiimoon kunis…