Teeknooloojii Dhaabbatichi sirna kaffaltii isaa diijitaalessuufi Ayana Dheressa Apr 20, 2026 0 Finfinnee, Ebla 12, 2018 (FMC) – Dhaabbanni Tajaajila Awutoobisii Magaalaa Finfinnee sirna kaffaltii isaa guutummaatti diijitaalessuufi jedhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaan dhaabbatichaa…
Oduu biyya keessaa Oomishni Ruuzii bara 2017/18’tti gara kuntaala miliyoona 50’tti guddateera- BKO Ayana Dheressa Apr 20, 2026 0 Finfinnee, Ebla 12, 2018 (FMC) – Oomishni Ruuzii bara 2017/18’tti gara kuntaala miliyoona 50’tti guddateera jedhe Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa. jijjiirama akka biyyaatti dhufe…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Ingiliiz hariiroo damee garaagaraan qaban cimsuuf waliigalan Tsehay Guluma Apr 20, 2026 0 Finfinnee, Ebla 12, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Ingiliiz misoomaa fi Invastimantiin hariiroo qaban caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru. Walga’ii waggaa Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa fi…
Oduu biyya keessaa Loojiin Haroo Dandii bu’aa qabeessummaa raawwii tarsiimoo tuurizimii biyyaalessaaf agarsiistuudha-… Ayana Dheressa Apr 19, 2026 0 Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Loojiin Haroo Dandii bu’aa qabeessummaa raawwii tarsiimoo tuurizimii biyyaalessaaf agarsiistuudha jedhe Waajjirri Ministira Muummee. Waajjirichi ergaa…
Ispoortii Atileetonni bebbeekamoon dorgommii ‘Addis Ababa Grand Prix’ 2026 irratti hirmaatan Finfinneetti… Ayana Dheressa Apr 19, 2026 0 Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Atileetonni bebbeekamoon dorgommii atleetiksii guyyaa tokkoo ‘Addis Ababa Grand Prix’ 2026 irratti hirmaatan Finfinneetti hojiilee misoomaa daawwataniiru.…
Ispoortii Liivarpuul fi Aston Viilaan morkattoota isaanii injifatan Ayana Dheressa Apr 19, 2026 0 Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 33ffaan Liivarpuul fi Aston Viilaan morkattoota isaanii injifataniiru. Darbii Marsiisaayidiin Eevartan waliin kan…
Oduu biyya keessaa Haroon Dandiifi naannawaan isaa bakka madda gootota Itiyoophiyaa dhaabaniti – Dooktar Abiy… Ayana Dheressa Apr 19, 2026 0 Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Haroon Dandiifi naannawaan isaa bakka madda gootota Itiyoophiyaa dhaabaniifi naannawaa seena qabeessa jedhan.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan kan ijaaramtu dafqa keenyaani- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Apr 19, 2026 0 Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan kan ijaaramtu dhiiga abboota keenyaan qofa osoo hin taane dafqa keenyaani jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad. Guyyaa har’aa…
Oduu biyya keessaa Qabeenya tuurizimii keenya hojiirra oolmaa riifoormii diinagdee mandhaleef utubaa ijoo gooneerra-… Ayana Dheressa Apr 19, 2026 0 Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad qabeenya tuurizimii keenya hojiirra oolmaa riifoormii diinagdee mandhaleef utubaa ijoo gooneerra jedhan.…
Ispoortii Bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii hojjetaman beekamtii biyyi keenya damee atileetiksiin qabdu… Ayana Dheressa Apr 19, 2026 0 Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii ammayyaa magaalaa Keenyatti hojjetaman beekamtii biyyi keenya damee atileetiksiin qabdu irra deebiin mirkaneessuuf carraa…