Oduu biyya keessaa Boru guyyaa filannooti. Sifen Megersa May 31, 2026 0 Isinis sagalee keessan kennuuf ni deemtu. Haa ta’uutii wayita sagalee laachuuf gara buufataalee filannoo deemtaan wantoonni gara buufataalee filannoon akka hin seenne dhorkaman jiru.…
Ispoortii PSG’n Shaampiyoonaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ta’e Sifen Megersa May 30, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2018 (FMC) – PSG'n Arsenaal injifachuun Shaampiyoonaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ta'eera. Taphni idilee galchii 1 qixaan xumuramuun rukkuttaa adda bahiinsaan…
Oduu biyya keessaa Filannichi milkaa’inaan akka gaggeeffamuuf qophii barbaachisaan xumurameera- Poolisii Magaalaa… Ayana Dheressa May 30, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2018(FMC)- Filannoon Waliigalaa 7ffaan milkaa’inaan akka gaggeeffamuuf qophii barbaachisaan xumurameera jedhe Poolisiin Magaalaa Finfinnee. Waltajjii hojiilee…
Oduu biyya keessaa Filannoon Biyyaalessaa 7ffaan Milkaa’inaan akka xumuramuuf Humni Waloo Nageenyaa hojii isaa cimsee… Tsehay Guluma May 30, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2018 (FMC)- Filannoon Biyyaalessaa 7ffaan Milkaa’inaan akka xumuramuuf Humni Waloo Nageenyaa fi Tasgabbii hojiilee hojjetaa jiru cimsee itti fufa jedhan Itaamaajoor…
Oduu biyya keessaa Naannoo Filannoo Goommaa 2’tti raabsaan meeshaalee filannoo xumurame Ayana Dheressa May 30, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2018(FMC)- Buufataalee filannoo Naannoo Filannoo Goommaa 2 jala jiranitti hojiin raabsaa meeshaalee filannoo xumurameera jedhe Waajjirri Naannoo Filannichaa. Itti…
Oduu biyya keessaa Naannoo Filannoo Mattuutti raabsaan meeshaalee filannoo xumuramaa jira Ayana Dheressa May 30, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2018(FMC)- Naannoo Filannoo Mattuutti raabsaan meeshaalee filannoo xumuramaa jira jedhan Qindeessitoonni Waajjira Naannoo Filannichaafi buufataalee filannoo. Itti…
Ispoortii Liivarpuul Leenjisaa Arna Islootiin gaggeesse Ayana Dheressa May 30, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2018(FMC)- Kilabni Ingiliz Liivarpuul leenjisaa Arna Islootiin gaggeessuu ifoomseera. #Oromia #Ethiopia
Oduu biyya keessaa Mootummaa bakka nu bu’u filachuuf guyyaa sagaleen itti kennamu eegaa jirra- Jiraattota Magaalaa… Ayana Dheressa May 30, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2018(FMC)- Kaardii filannoo keenyaan mootummaa bakka nu bu’u filachuuf guyyaa sagaleen itti kennamu eegaa jirra jedhan jiraattonni Godina Bunnoo Beddellee magaalaa…
Oduu biyya keessaa IGAD Filannoo Waliigalaa 7ffaa Itiyoophiyaaf taajjabdoota filannoo 26 bobbaase Ayana Dheressa May 30, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2018(FMC)- Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afriikaa (IGAD) Filannoo Waliigalaa 7ffaa Itiyoophiyaaf taajjabdoota filannoo 26 bobbaaseera jedhe. Daayrektarri…
Oduu biyya keessaa Buufataalee Naannoo Filannoo Adaamaa 1 jala jiraniif meeshaaleen filannoo raabsamaa jiru Ayana Dheressa May 30, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2018(FMC)- Buufataalee Naannoo Filannoo Adaamaa 1 jala jiran 200 oliif meeshaaleen filannoo raabsamaa jiru. Qindeessaan Naannoo Filannoo Adaamaa 1 obbo Dabalee…