Garee Seeraan Alaa ABUT jalaa Uummata Tigraay baraaruu Barbaachisa – Qondaaltota Waraanaa…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) - Gareen seeraan alaa ABUT waliigaltee nagaa Piriitooriyaa cabsuu fi Itiyoophiyaa dadhabsiisuuf humnoota alaa waliin tumsuun uummata Tigraay'n ammas gara…