Teeknooloojii Labsichi nageenya saayibarii cimsuuf murteessaadha Ayana Dheressa Aug 7, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2018(FMC)- Labsiin nageenya bu’uuraalee misoomaa ijoo haaraan nageenya saayibarii cimsuuf murteessaadha jedhan Daayrektarri Olaantuun Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo…
Biiznasii Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa galii Birrii Biiliyoona 100 fi biiliyoona 18 ol argate Tsehay Guluma Aug 7, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2018 (FMC)-Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa bara baajataa 2018 maddoota galii garaagaraarraa galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 18 .91 argateera. Hojii…
Teeknooloojii Milkaa’inni nageenya saayibarii Itiyoophiyaa Afrikaaf fakkeenya ta’a- Beeniin Ayana Dheressa Aug 7, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2018(FMC)- Milkaa’inni nageenya saayibariifi ijaarsa dandeettii Itiyoophiyaa Afrikaaf fakkeenya ta’a jedhan Ministirri Ce’umsa Diijitaalaafi Innooveeshinii Beeniin…
Oduu biyya keessaa Ukkaamsaa garee seeraan alaa ABUT irratti qabsaa’uu qabna- Dargaggoota naannichaa Ayana Dheressa Aug 7, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2018(FMC)- Gochaa ukkaamsaafi waraanaaf kakaasuu garee seeraan alaa ABUT irratti qabsaa’uu qabna jedhan dargaggoonni naannoo Tigraay ukkaamsaa garichaa dheessan.…
Oduu biyya keessaa Ijiptii fi Shaabiyaan garee seeraan alaa ABUT fayyadamuun Tigraay bakka waraanaa taasisuu barbaadu Yonatan Birhanu Aug 7, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) - Ijiptiin garee seeraan alaa ABUT akka meeshaa waraanaatti fayyadamuun, Shaabiyaas ergamaa ishee godhachuun nageenya Itiyoophiyaa jeequu barbaaddi.…
Ispoortii Riyaal Maadriid waliigaltee Viniishiyas Juuniyar waliin qabu hanga bara 2032tti dheeresse Yonatan Birhanu Aug 6, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Kilabni Ispeen Riyaal Maadriid taphataa sarara fuulduraa Biraaziil, Viniishiyas Juuniyar waliin waliigaltee qabu hanga Waxabajjii bara 2032tti akka…
Oduu biyya keessaa Mariin Biyyaalessaa dhimmoota waloo irratti waliigaltee uumaa jira – Hirmaattota Yonatan Birhanu Aug 6, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Waltajjiin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa dhimmoota waloo irratti waliigaltee uumaa jira jedhan mari'attoonni. Waltajjiin Marii Biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Gaaffiin Ulaa Galaanaa Itoophiyaa deebii argachuun Ertiraa dabalatee biyyoota naannawaa fayyada –… Yonatan Birhanu Aug 6, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Gaaffiin ulaa galaanaa Itiyoophiyaan dhiyeessite deebii argachuun Ertiraa dabalatee biyyoota naannawaa fayyadamoo taasisa jedhe roggessi lammiin…
Oduu biyya keessaa Garee Seeraan Alaa ABUT jalaa Uummata Tigraay baraaruu Barbaachisa – Qondaaltota Waraanaa… Yonatan Birhanu Aug 6, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) - Gareen seeraan alaa ABUT waliigaltee nagaa Piriitooriyaa cabsuu fi Itiyoophiyaa dadhabsiisuuf humnoota alaa waliin tumsuun uummata Tigraay'n ammas gara…
Oduu biyya keessaa Gareewwan Hojii Ajandaa Adeemsa Marii Ifatti Jalqaban Yonatan Birhanu Aug 6, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Yaadotni marii gareewwan tarsiimawaatiin ijaaramanii dhihaatan garee hojii ajandaa miseensota 500 qabuuf dhihaachuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa…