Oduu biyya keessaa Imala guddina damee Geejjiba Qilleensaa Itiyoophiyaa… Sifen Megersa Sep 4, 2026 0 Itiyoophiyaan bu’uuraalee misoomaa Loojistiiksii ammayyaa diriirsuun misooma Geejjibaa babal’isuun damee Tuurizimii si’eessuun bu’aa olaanaa galmeessaa jirti. Daandiin Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti Ayyaanota Fulbaana keessa kabajamaniif oomishni gahaan gatii madaalawaan dhiyaachaa… Yonatan Birhanu Sep 4, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) – Ayyaanota Bara Haaraa 2019, Masqalaa fi Irreecha sababeeffachuun oomishaaleen bu’uuraa gahaa ta’an gatii madaalawaan jiraattota magaalaa Finfinneef…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi sagantaawwan torbee 3ffaa har’aa eegaluun taphatamu Sifen Megersa Sep 4, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi sagantaawwan torbee 3ffaa tapha har’a Ipisiwiich Taawoon Liiverpuul keessummeessuun eegalamu. Har’a halkan…
Oduu biyya keessaa Oromiyattti qonna gannan hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 9 fi kumni 600 ol sanyiin… Sifen Megersa Sep 4, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyattti bara oomishaa kana qonna gannan hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 9 fi kumni 600 fi kumni 27 fi 749 sanyiin uwwifameera.…
Ispoortii Gabreel Maartineelii Al Hilaalitti makame Tsehay Guluma Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018 (FMC)- Kilabni Sa’uud Arabiyaa Al Hilaal, lammii Biraaziil taphataa sarara fuulduraa Arseenaal Gabreel Maartineelii mallatteesifachuu ifoomseera. Al Hilaal…
Oduu biyya keessaa Mootummaan jireenya lammiilee fooyyessuu fi badhaadhina waaraa mirkaneessuu ajandaa isaa duraa… Tsehay Guluma Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018 (FMC) - Mootummaan jireenya lammiilee fooyyessuu fi badhaadhina waaraa mirkaneessuu ajandaa isaa duraa taasifatee hojjechaa jira jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii…
Biiznasii Magaalichatti Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun baazaariin baname Ayana Dheressa Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018(FMC)- Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee Ayyaana bara haaraa 2019 sababeeffachuun baazaarii ayyaanaa eegalchiiseera. Hogganaa Itti aanaan Biirichaa Tsaggaayee…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee ramaddii barattootaa irratti mul’atan furuuf hojimaanni teeknooloojiin deeggarame… Ayana Dheressa Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018(FMC)- Yuuniivarsiitiiwwanitti rakkoolee ramaddiifi jijjiirraa barattootaa irratti mul’atan furuuf bara barnootaa itti aanu irraa eegalee hojimaanni teeknooloojiin…
Oduu biyya keessaa Dhaabbata seenaa misooma Mana jireenyaa jijjiiru… Sifen Megersa Sep 3, 2026 0 Itiyoophiyaan biyyoota guddinni magaalotaa fi lakkoofsi ummataa saffisaan dabalaa keessaa ishee tokkodha. Dhaabbanni ‘The Global Economy’ jedhamu akka gabaaseetti, Itiyoophiyaan biyyoota…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina damee qonnaa Olka’iinsa Itiyoophiyaa mirkaneesse… Sifen Megersa Sep 3, 2026 0 Milkaa’inni Itiyoophiyaan bara baajataa xumurame keessa damee qonnaan galmeessite olka’iinsa biyyattiif agarsiistuudha. Dameen qonnaa bu’uura dinagdee fi jireenya uummata Itiyoophiyaa…