Oduu biyya keessaa Marii waliigaltee biyyaalessaaf Ayana Dheressa Aug 5, 2026 0 Mariin biyyaalessaa dirree biyyaalessaa naga qabeessaafi hammataa ta’eetti ce’uuf carraa seena qabeessadha. Yaa’iin marii biyyaalessaa Itiyoophiyaan gaggeessaa jirtu gadi fageenyaan yoo…
Oduu biyya keessaa Itoophiyaan Qabeenya Turizimii Ishee kuufamaa Sirnaan Fayyadamuuf Imala Jalqabde – CNN Yonatan Birhanu Aug 5, 2026 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2018 (FMC) – Buufanni televiizhinii Ameerikaa CNN sagantaa isaa “Connecting Africa” jedhamu keessatti guddina dinagdee Itiyoophiyaa bal’inaan gabaaseera. Akka…
Ispoortii Odeeffannoowwan jijjiirraa taphattootaa Liigota Awurooppaa guyyaa har’aa Sifen Megersa Aug 4, 2026 0 Kilabni Kaaba Landan Arsenaal jijjiirraa taphataa sarara gidduu Biruunoo Gumaareesh xumuruuf dhiyaachuu ‘The Athletic’ gabaaseera. Taphataan kun qorannoo fayyaa (medical) gaggeessuuf…
Oduu biyya keessaa Bu’aa Ashaaraa magariisaa jiruu qonnaan bultootaa jijjiire Sifen Megersa Aug 4, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2018 (FMC) –Biqiltuuwwan Kuduraafi muduraa kilaasteraan misoomaan jiruu fi jireenya qonnaan bultoonni jijjiiraa jiru jedhe Waajjirri Qonnaa Godina Arsii. Godina…
Teeknooloojii Faayidaa Varsi bu’uura jabaa misooma dinagdee diijitaalaati – obbo Tamasgeen Xurunaa Sifen Megersa Aug 4, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2018 (FMC) –Faayidaa Varsi bu’uura jabaa misooma dinagdee diijitaalaati jedhan Ministira Muummee Ittaanaan obbo Tamasgeen Xurunaan. Sagantaan Eenyummeessaa…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa Guddichi Mana miiliyoonotaa gara ifaatti jijjiire – CNN Yonatan Birhanu Aug 4, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2018 (FMC) – Hidhi Haaromsi Guddichi Itiyoophiyaa Mana miiliyoonotaa gara ifaatti jijjiire jechuun gabaase Buufanni Teeleeviizyiinii CNN. Keeniyaatti bakka…
Oduu biyya keessaa Dinagdeen Itiyoophiyaa Dinagdeewwan Gurguddoo Sahaaraa Gadii Keessaa Isa Tokko – CNN Yonatan Birhanu Aug 4, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2018 (FMC) - Dhaabbanni Televizhinii CNN kan teessuma isaa Ameerikaa godhate akka gabaasetti, dinagdeen Itiyoophiyaa dinagdeewwan sahaaraa gadii saffisaan guddachaa…
Oduu biyya keessaa Bunaa fi Ashaaraa Magariisa Yonatan Birhanu Aug 4, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2018 (FMC) - Oomishni bunaa Itiyoophiyaa waggoota shanan darban dachaa sadiin guddina agarsiiseera jedhe Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Itiyoophiyaa.…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaa qalbii miidiyaalee idil addunyaa haawwate Sifen Megersa Aug 4, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2018 (FMC) – Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaan duulli guyyaa tokkoo kaleessa gaggeeffame qalbii miidiyaalee idil addunyaa haawwateera. Guyyaa kaleessaa…
Oduu biyya keessaa Ulaa Galaanaa misooma hundagalessaa Itiyoophiyaaf… Sifen Megersa Aug 4, 2026 0 Karri Galaanaa misooma dinagdee, hawaasummaa fi waliigalaa Itiyoophiyaatiif murteessaadha. Gabaa idil addunyaa bahuu fi nageenya diinagdee eegsisuuf karra galaanaa argachuun Itiyoophiyaaf…