Himannaa irra deddeebii Ijiptii fi mirga Itiyoophiyaan qabeenya bishaanii ishee itti fayyadamuuf…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2018 (FMC) – Ijipti mirga Itiyoophiyaan qabeenya bishaanii ishee itti fayyadamuuf qabdu cabsuun, waa’ee Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa fi itti fayyadama…