Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan himannaa Mootummaa Sudaan kuffiste Tsehay Guluma May 5, 2026 0 Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan himannaa bu'uura hin qabne kan mootummaa Sudaan dhiyaate kuffisteetti. Ministeerri Dhimma Alaa ibsa baaseen, Humni Waraanaa Sudaanii fi…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Saambee kabajame Tsehay Guluma May 5, 2026 0 Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC)- Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Saambee 85ffaan Godina Iluu Abbaa Booritti kabajameera. Saambeen Godina Iluu Abbaa Boor Magaalaa Goree irraa fageenya dhiyoo…
Oduu biyya keessaa Siidaan Artiisti Haacaaluu Hundeessaa eebbifame Tsehay Guluma May 5, 2026 0 Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC)- Siidaan Yaadannoo Artiisti Haacaaluu Hundeessaa Magaalaa Finfinnee Paarkii Afrikaa keessatti ijaarame eebbifameera. Siidaan Yaadannoo Artiisti Haacaaluu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy ergaa baga geessanii dabarsan Tsehay Guluma May 5, 2026 0 Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC) -Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Guyyaa yaadannoo Goototaa 85ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Biiznasii Korporeeshiniin Manneen Federaalaa Sudaan Kibbaatti ijaarsa manneenii irratti bobba’uuf… Yonatan Birhanu May 4, 2026 0 Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) - Korporeeshiniin Manneen Federaalaa waliigaltee damee ijaarsa manneenii Sudaan kibbaa irratti bobba'uuf isa dandeessisu mallatteesseera. Magaalaa Juubaa…
Biiznasii Korporeeshiniin Manneen Federaalaa Sudaan Kibbaatti ijaarsa manneenii irratti bobba’uuf… Yonatan Birhanu May 4, 2026 0 Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) - Korporeeshiniin Manneen Federaalaa waliigaltee damee ijaarsa manneenii Sudaan kibbaa irratti bobba'uuf isa dandeessisu mallatteesseera. Magaalaa Juubaa…
Oduu biyya keessaa Hojiin ijaarsa bu’uraalee misoomaa fayyadamummaa hawaasa baadiyyaa mirkaneessan cimee itti… Yonatan Birhanu May 4, 2026 0 Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) - Hojiin ijaarsa bu'uuraalee misoomaa fayyadamummaa hawaasa baadiyyaa mirkaneesse cimee itti fufeera jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Guutuun…
Ispoortii Cheelsii 1 – 3 Notingahaam Forest Sifen Megersa May 4, 2026 0 Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer liigii Ingilaandi torbee 35ffaa galgala kana taphatameen Cheelsiin Notingahaam Forestiin injifatame. Notingahaam Forest galchii 3 fi…
Teeknooloojii Gootummaa yerichi barbaaduu, Olaantummaa Teeknoolojii Yonatan Birhanu May 4, 2026 0 Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) – Yaadni gootummaa yerichaa beekumsa, haxxummaa fi olaantummaa teeknoolojii kan gaafatu ta’uu Hoji-raawwachiisaa Olaanaan Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin Obbo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan pirojektoota misooma tuurizimii itti fufsiisuuf dandeessisan ijaaraa jirti –… Sifen Megersa May 4, 2026 0 Finfinnee, Ebla 26, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan pirojektoota misooma tuurizimii itti fufsiisuuf dandeessisan ijaaraa jirti jedhan Ittaanaan Ministira Muummee obbo Tamasgeen Xurunaan. Obbo…