Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti riqichi laga Hiddaa eebbifame Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Godina Jimmaatti riqichi laga Hiddaa ummata kuma 15 ol fayyadamaa godhu eebbifameera. Riqichichi godina Jimmaa aanaa gommaatti kan ijaarame yoo ta'uu,…
Biiznasii Furmaatawwan dhiibbaa Idaa Afrikaa Doolaara Tiriiliyoona 1.3 qolachuu danda’u… Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Yaa’iin Moodeela bulchiinsa Idaa Afrikaa jijjiirurratti xiyyeeffate Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Dhiibbaa Idaa Afrikaa Doolaara…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Sulultaatti misooma qamadii daawwatan Ayana Dheressa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Sulultaatti misooma qamadii daawwataniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Ispoortii Baayerni Muunik vs PSG… Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Tapha deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin har’a Baayerni Muunik PSG waliin taasisu ni eegama. Taphni marsaa jalqabaa…
Ispoortii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) –Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 30ffaan har'a taphoonni 3 ni taphatamu. Haaluma kanaan waaree booda sa'aatii 9:00 eegalee Bunni…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaal tapha xumuraaf darbe Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC) – Tapha Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan halkan kana taphatameen Arsenaal Atileetikoo Maaadriid injifachuun tapha xumuraaf darbe. Arsenaal…
Idil Addunyaa Raashaa fi Yukireen kopha kophaatti Dhukaasa Dhaabuu Labsan Yonatan Birhanu May 5, 2026 0 Finfinnee, Eebila 27, 2018 (FMC) - Raashaa fi Yukireen guyyaa Gamtaan Sooviyeet durii Naazii Jarman irratti injifannoo argatte kabajuuf jecha, dhukaasa dhaabuu gar-tokkee labsaniiru.…
Ispoortii Xumura Shaampiyoonsii Liigii Awurooppaaf eenyutu darba, Arseenaal moo Atileetikoo Maadriid ? Tsehay Guluma May 5, 2026 0 Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC)- Tapha Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa walakKaa Xumuraaf Arsenaal Atileetikoo Maadriid waliin ni taphata. Kilaboonni lameen halkan kana Sa’aatii 4:00…
Oduu biyya keessaa Dargaggeessa weellisaa Goota, kan Gootota Jaallatu Haacaaluu… Tsehay Guluma May 5, 2026 0 Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC) - Abbaasaa Hundeessaa Bonsaa Hadhaa Isaa immoo Aadde Guddattuu Horaa Irraa Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa lixaa Magaalaa Ambootti Dhalate Haacaaluun.…
Oduu biyya keessaa Siidaan Dooktara kabajaa Artiisti Xilaahuun Gassesse eebbifame Tsehay Guluma May 5, 2026 0 Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC) - Siidaan yaadannoo Dooktara Kabajaa Artiisti Xilaahuun Gassesee Magaalaa Finfinnee kiiloo 6 (Caffee Araaraatti )eebbifameera. Siidaa yaadannoo Artiist…