Guyyaa Goototaa sababeeffachuun boru yeroo 21 Madfiin ni dhuka’a – Raayyaa Ittisaa
Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) – Guyyaa Goototaa yeroo 85ffaaf kabajamu sababeeffachuun boru Madfiin yeroo 21 ni dhuka’a jedhe Raayyaa Ittisa Biyyaa.
Guyyaan Yaadannoo Goototaa boru yeroo…