Adwaan injifannoo qeenxee osoo hin taane, injifannoo tokkummaa fi sab-daneessummaati – Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) - Adwaan injifannoo qeenxee osoo hin taane, injifannoo tokkummaa fi sab-daneessummaati jedhan Kantibaan Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan.…