Lammiileen odeeffannoo sobaarraa of eeguu qabu – Komishinicha
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC) – Adeemsa Maree Biyyaalessaa ilaalchisee odeeffannoon qaamoleen tokko tokko miidiyaa hawaasummaan tamsaasaa jiran odeeffannoo sobaati jedhe Komishiniin…