Ispoortii Adaamaa 3 – 3 Shaggar Sifen Megersa Feb 26, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 21ffaan har’a taphatameen Adaamaan Shaggar waliin qixa baheera. Taphni morkii miidhagaa…
Biiznasii Milkaa’inni Itiyoophiyaan damee qonnaan galmeessite biyyoota Afrikaaf fakkeenya kan ta’uudha –… Sifen Megersa Feb 26, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC) – Milkaa’inni Itiyoophiyaan damee qonnaan galmeessite biyyoota Afrikaaf fakkeenya kan ta’uudha jedhan ogeeyyiin qonnaa biyyoota Afrikaa garaagaraa.…
Fayyaa Dhiyeessii Oksijiinii yaalaa fooyyessuu… Sifen Megersa Feb 26, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC) – Sadarkaa biyyaatti oomishni Oksijinii yaalaa 85 ga’e jedhe Ministeerri Fayyaa. Dhiyeessii Oksijinii yaalaa fayyaa ilaalchisee hoggantoota biiroolee…
Oduu biyya keessaa Lolaa Sirnaan bulchuun nageenya lammiilee eegsisuufi misoomaaf oolchuun barbaachiisaadha- Dooktar… Tsehay Guluma Feb 26, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC)- Lolaa Sirnaan bulchuun nageenya lammiilee eegsiisuufi misoomaaf oolchuun barbaachiisaadha jedhan Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar…
Oduu biyya keessaa Aangoo kennuu fi fudhachuun eeyyama ummataan qofa ta’uu qaba – Abbootii Gadaa Sifen Megersa Feb 26, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC) – Aangoo kennuu fi fudhachuun eeyyama ummataan karaa nagaan qofa ta’uu qaba jedhan Abbootiin Gadaa Oromiyaa. Filannoon Waliigalaa 7ffaan bara kana…
Oduu biyya keessaa Shaggaritti ijaarsi Manneen barnootaa 69 xumuramuun tajaajilaaf qophii ta’an Sifen Megersa Feb 26, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti ijaarsi Manneen barnootaa 69 xumuramuun tajaajilaaf qophii ta’an jedhe Waajjirri Barnootaa magaalichaa. Manneen…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Faanaa paartilee Siyaasaa hundaaf Carraa kan kennee dha – Paartilee Siyaasaa Yonatan Birhanu Feb 26, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC)- Waltajjiin Faanaa paartilee Siyaasaa hundaaf Carraa kan kennee dha jedhan Paartileen Siyaasaa. Faanaa Miidiyaa Korpooreeshin Filannoo Waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Magaalonni keenya qonnaan bulaa liqimsuu dhaabanii, qonnaan bulaa hammachuun, dinagdee waliinii ni… Ayana Dheressa Feb 25, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2018( FMC)- Magaalonni keenya qonnaan bulaa liqimsuu dhaabanii, qonnaan bulaa hammachuun, dinagdee waliinii ni ijaaru jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Pireezidaantii Israa’el waliin mari’atan Yonatan Birhanu Feb 25, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Israa’el Ayizaak Heerzoog waliin mari’ataniiru. Pireezidaanti Taayyeen gama Miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Israa’el waliin mari’atan Tsehay Guluma Feb 25, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Israa'el Ayizaak Heerzoog waliin mari'ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa…