Oduu biyya keessaa Labsiin sirna bulchiinsaa dhaabbilee bulchiinsarratti hojiirra oolu ba’e Sifen Megersa Mar 5, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Labsiin sirna bulchiinsaa dhaabbilee bulchiinsaa hundarratti hojiirra oolu ba’uu Abbaan Alangaa Waliigalaa ibse. Labsichi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Arkaba Iqqubaay kaadhimamaa Daayreektara Misooma Indaastirii Afrikaa ta’uun dhiyaatan Sifen Megersa Mar 5, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Dooktar Arkaba Iqqubaay Dhaabbatta Mootummoota Gamtoomaniitti kaadhimamaa Daayreektara olaanaa Misooma Indaastirii Afrikaa ta’uun akka dorgoman…
Oduu biyya keessaa Waldichi Kooyshaatti Birrii miiliyona dhibba 1 fi miiliyoona 14N Loojii ijaaruufi Sifen Megersa Mar 5, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Waldaan Daldalaa Waliigalaa Oomootik itti gaafatamummaan isaa murtaa’e Kooyshaatti Birrii miiliyona dhibba 1 fi miiliyoona 14 Loojii ijaaruuf ta’uu…
Ispoortii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 15ffaan Sabbataan magaalaa Hawaasaa injifate Sifen Megersa Mar 5, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 15ffaan Magaalaan Sabbataa Magaalaa Hawaasaa injifateera. Tapha har’a…
Oduu biyya keessaa Kitaabni ‘Daandii Ida’amuu’ boruu gabaarra ni oola – Dooktar Abiy Sifen Megersa Mar 5, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad kitaabni ‘Daandii Ida’amuu’ boruu gabaarra kan oolu ta’uu beeksiisan. Kitaabni…
Oduu biyya keessaa Yeroon galmee kaadhimamtootaa marsaa 2ffaa dheerate Sifen Megersa Mar 5, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa yeroon galmee Kaadhimamtootaa marsaa 2ffaa hanga Gurraanndhala 30, 2013tti dheerachuu beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan dhimma keessoo biyyootaa keessa galuu dhaabuu qabdi – Raashiyaa Sifen Megersa Mar 5, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Ameerikaan dhimma keessoo biyyootaa keessa galuu dhaabuu akka qabdu Raashiyaan waamicha dhiyeessite. Dubbii himaan Ministeera Dhimma…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa artiist Xilahuun Gassasee faarsaa fi hawwaa ture ijaaruuf qaamni hundi ga’ee irraa… Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa artiist Xilahuun Gassasee faarsaa,yaadaa fi hawwaa ture ijaaruuf qaamni hundi damee hojii qabuun ga'ee irraa eegamu ba'uu akka qabu…
Oduu biyya keessaa Siidaa fi addabaabayii artiist Xilahuun Gassasee hojjechuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) - Maqaa Dooktara Kabajaa artiist Xilahuun Gassaseen Siidaa fi addabaabayii hojjechuuf dhagaa bu'uuraa kaa'uu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 980 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 980 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 3 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…