Oduu biyya keessaa Ayyaanni bara Haaraa saba Geedi’oo Daraaroon kabajamaa jira Sifen Megersa Feb 18, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC) – Ayyaanni bara Haaraa Saba Geedi’oo Daraaroon magaalaa Diillaatti qophii addaan kabajamaa jira. Sagantichi Abbootii Gadaan banamuu…
Oduu biyya keessaa Ityoo Teeleekoom tajaajila Interneetii saffisa olaanaa qabu 4G LTE advaansid jedhamu Riijiinii… Sifen Megersa Feb 18, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC) – Ityoo Teeleekoom tajaajila Interneetii Moobaayilaa saffisa olaanaa qabu 4G LTE advaansid jedhamu Riijiinii Kibbaatti hojiirra oolcheera.…
Idil Addunyaa Antooniyoo Guutarees hojiirra oolmaan talaallii koroonaa qeeqan Sifen Megersa Feb 18, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC) – Barreessaa olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaanii Antooniyoo Guutarees biyyoonni 10 talaallii Koroonaa 75 fayyadamuu ibsaniiru. Adeemsi…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Geejjibaa fi Baankiin misooma Afrikaa hojiirra oolmaa karoora geejjibarraatti waliin… Sifen Megersa Feb 18, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa aadde Daagmaawiit Mogas Daayreektara olaanaa Baankii Misoomaa Afrikaa Cheeproo Amoos Kiiproonoohi waliin…
Oduu biyya keessaa Lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif deeggarsa walitti qabuuf lakkoofsi… Sifen Megersa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Lammiilee Beenshaanguul Guumuuzii fi Tigraayitti qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'aniif deeggarsa walitti qabuuf lakkoofsi herreega Baankii…
Ispoortii Fiigicha mana keessaa Poolaanditti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aan Sifen Megersa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Fiigicha mana keessaa Poolaanditti har'a gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa'aaniiru. Fageenya meetira kuma 3 Lamlam Hayiluu sa'aatii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 818 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 818 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 14 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyootti zayitiin nyaataa seeraan ala kuufamee ture kaartooniin kumni 6… Sifen Megersa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyootti zayitiin nyaataa seeraan ala kuufamee ture kaartooniin kumni 6 fi 600 to'atamuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Hawaasa Soomaalee Keeniyaatti argaman waliin mariin taasiifame Sifen Megersa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Dhalattoota naannoo Soomaalee Keeniyaatti argaman waliin mariin taasiifamuu Keeniyaatti Imbaasiin Ityoophiyaa beeksiise. Itti aanaan Preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Jilli dhimmoota nageenya keessoo Sudaan Kibbaa Ityoophiyaatti Ejansii nageenya Infoormeeshinii… Sifen Megersa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Jilli daayreektara olaanaa dhimmoota nageenya keessoo Sudaan Kibbaa jeneraal Alkool Kuuriin durfamu hoggantoota Ejansii Nageenya Infoormeeshinii…